Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee Mana Maree magaalaa Finfinnee eegale Obse Wakgari Feb 10, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)-Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa raawwii karooraa bulchiinsa magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Baahir Daar galan Ayana Dheressa Feb 10, 2022 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Baahir Daar galan. Preezdaant Shimallis Baahir Daar buufata Xiyyaaraa Balaay Zallaqaa wayita…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitichi Gurraandhalaa 30, 2014 eegalee barattoota idilee simachuu kan jalqabu ta’uu ibse Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walloo Gurraandhalaa 30, 2014 eegalee barattoota idilee simachuu kan eegalu ta’uu beeksiiseera. Yuunvarsiitichi…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu… Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiya guyyaa ‘jaalalleewwanii’ baatii kana kabajamu sababeeffachuun Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa…
Oduu biyya keessaa Aartiist ‘Giraand P’ Paarkii Tokkummaa daawwate Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Namoota hedduun ‘Giraand P’ jedhamuun kan beekkamu lammiin Giinii Aartiist Muusaa Saandiiyaanaa Kaabaan Paarkii Tokkummaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti jila ergamaa addaa Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti buqqa’aniif deeggarsa namoomaa toonii kuma 2 ol taasiifte Sifen Megersa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Chaayinaan lammiilee Kaaba Ityoophiyaatti sababa waraanaan buqqa’aniif midhaan nyaataa deeggarsa namoomaaf oolu Toonii kuma 2 fi 160…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan kan barbachisu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Ministeera Magaalaa fi… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Teeknooloojii Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa haaraa ifoomsite Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa imalu haaraa Keeyibaar Sheeyikaan jedhamu ifoomsuu beeksifte. Misaa’elichi bakka ajajaa olaanaan humna waraanaa…