Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun waliin hojjechaa jirra- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun tumsaan waliin hojjechaa jirra jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…