Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Saahilawarqiin durfamu Samaraa gale Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee, Itti aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Preezdaantii duraanii Naayijeeriyaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu ibsame Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)-Naannoo Beenishaanguul Gumuuz aanaa adda Maa’ookomootti iddoowwan Shaneen qabamanii turan qulqulla’uu Biiroo bulchiinsa nageenyaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu barreessituu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu barreessiituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxaafee Mahaammad Jila Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammad Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaatti itti gaafaatamaa Ityoophiyaa kan ta’aan…
Oduu biyya keessaa Faransaayiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraa Seenaataroota biyyattiif haala waqtaawaa… Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Faransaayiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraa Seenaataroota biyyattii fi miseensoota koree dhaabbii hariiroo alaaf haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100… Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ifoomeera. Dhaabbanni miti…
Oduu biyya keessaa Waldaan Michummaa Ityoo- Sudaan Waariin aadaa Magaalaa Kaartumitti gaggeeffame Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Waldaan Michummaa Ityoo- Sudaan jedhamu Imbaasii Ityoophiyaa Sudaanitti argamu waliin ta’uun Waarii aadaa Magaalaa Kaartumitti qopheesse. Sirna…
Oduu biyya keessaa Baankiin Oromiyaa Wiirtuu Leenjii fi Konveenshinii Magaalaa Galaanitti ijaarsisuuf hojii Dizaayinii… Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Baankiin Oromiyaa Wiirtuu Leenjii fi Konveenshinii sadarkaasaa eeggate Lafa Hektaara 15 irratti Magaalaa Galaanitti ijaarsisuuf hojii Dizaayinii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Hawaasaa Yuunvarsiitiwwan sadiif deeggarsa Birrii miiliyoona 14tti tilmaamamu… Sifen Megersa Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Hawaasaa Yuunvarsiitiwwan sadiif deeggarsa Birrii miiliyoona 14tti tilmaamamu akaakuun taasiisuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Limmuu Gannatitti balaan ibiddaa qaqqabe to’atame Obse Wakgari Feb 8, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Gannatitti balaan abiddaa qaqqabe to'atamuu poolisiin ibseera. Balaan abidda tasaa kun guyyaa har'aa naannoo sa'atii…