Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti meeshaaleen Kontiroobaandii to’atame Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1.9tti tilmaamamu mana nama dhuunfaa keessatti to'atamuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti galmeen barattootaa hanga Onkololeessa 6, 2014 itti fufa – BBO Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa galmeen barattootaa Sanbattan lamaan dabalatee hanga Onkololeessa 6, 2014 kan itti fufu tahuu beeksise. Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa misooma qonnaa guyyoota 2f taasiisaa ture xumure Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa misooma qonnaa guyyoota 2f Godina Arsii Lixaa fi Shawaa Bahaatti taasiisaa ture…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan baajata waggaa keessaa % 11 bu’uuraalee daandii fi suphaaf ramadde –… Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Konfirensii Geejjibaa 2ffaa Idil addunyaa Beejingitti gaggeeffamaa jirurratti haasawa taasiisaniin Ityoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamtaanee Laamaamraa…
Oduu biyya keessaa Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwate Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu godina Shawaa Bahaa aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwateera. Oomishni Avookaadoo…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC)- Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Humnoonni shororkeessaa Shanee fi shiftootaa tarkaanfii fudhataniin lubbuu namaa fi qabeenyarratti… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu magaalaa Harootti humni shororkeessaa Shaneefi shiftaa naannichatti socho'an Fulbaana 30/2014 namoota nagaarratti…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa’uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa'uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran torbanitti galii Birrii kuma 600…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan walga’ii Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa dhugaa ishee itti ibsuuf itti fayyadamti-… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Walga’ii Mana Maree hojii raawwachiiftuu Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa dhugaa ishee itti ibsuuf kan itti fayyadamtu ta’uu dubbi…