Biiznasii Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera. Marichaan haala buna Ityoophiyaa akaa’uunii fi tumuun gabaa Ingiliziif…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25, 2014 gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2023f… Sifen Megersa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25,2014 Maalaawwii waliin,Caamsaa 29, 2014 ammoo Ijipti waliin gulaallii Waancaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa GAONFtti bara kana Biqiltuun miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa’uu ibsame Sifen Megersa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti Ashaaraa Magariisaa baranaatiif biqiltuun akaakuuwwan garaagaraa miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa'uu…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galan Ayana Dheressa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galaniiru. Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee…
Oduu biyya keessaa Humnoota farreen Ityoophiyaa ajandaa diigumsaa uuman ittisuuf tokkummaan dhaabbachuu qabna-Obbo… Obse Wakgari May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin humnoota farreen Ityoophiyaa ajandaa diigumsaa uuman ittisuuf…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uumaan hoggantoota dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin mari’atan Obse Wakgari May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan damee albuudaatiin dhiyeessiin faayinaansii akka argamu taasisuuf hoggantoota dhaabbilee idil…
Oduu biyya keessaa Proojektii bishaan dhugaatii godina Booranaa waggoottan 14’f lafarra harkifamuun tajaajila… Obse Wakgari May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Proojektii bishaan dhugaatii godina Booranaa waggoottan 14'f lafarra harkifamuun tajaajila laachuu dhabuu jiraattoonni godinichaa himaniiru. Proojektiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa ture xumurame Obse Wakgari May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Naannoo Harariitti guyyoottan darbaniif qophiiwwan garaagaraatiin kabajamaa kan ture ayyaanni Shawaal Iid xumurameera. Kabaja ayyaanichaarratti…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ityoophiyaatti hoggantoota hojii dhaabbata Yuuniiliivar waliin… Obse Wakgari May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Ministir deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ityoophiyaatti hoggantoota hojii dhaabbata Yuuniiliivar waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun kakuu raawwatan Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun Mana Maree Biyyaalesaa magaalaa Sii’uulitti argamutti kakuu raawwataniiru. Preezdaantichi…