Ispoortii Gibtsi 2 – 1 Moorookoo Sifen Megersa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Gibtsi goolii 2 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Madda gootummaa kan ta’e Raayyaa Ittisaa biyyaaf beekkamtii laachuun biyya boonsudha –… Sifen Megersa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Garee Shororkeessaa ABUT barbadeessuun hojii boonsaa kan hojjete madda gootummaa Ityoophiyaa Raayyaa Ittisaa biyyaaf beekkamtii laachuun biyya boonsuu…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw dhaabbilee magaalaa Hoosaa’iinaatti ijaarramaniif dhagaa bu’uuraa… Sifen Megersa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dhaabbilee garaagaraa magaalaa Hoosaa'iinaatti ijaarramaniif dhagaa bu'uuraa kaa'aniiru. Ijaarsaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 6 darbanii gamaggame Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 6 darbanii gamaggamuu ibsame. Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Xumura…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabame Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabameera. Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa27ffaafi agarsiisni…
Oduu biyya keessaa Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu bakka argama Buna… Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu Coocee bakka argama Buna Arabikaa daawwateera. Jilli Ministira Ministeera…
Oduu biyya keessaa Lammiilee buqqa’anii fi dhaabbilee barbadaa’an debisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba… Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Lammiilee gocha garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi dhaabbilee barbadaa’an debisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afriikaarratti hirmaatan simachuuf qophii ta’uu… Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa keessummoota Yaa'ii Gamtaa Afriikaarratti hirmaatan simachuuf qophii ta’uu ibsameera. Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa aanaa Gumbii Bordoddeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsame. Konkolaataan Aayisuuzuu jedhamuMagaalaa…
Oduu biyya keessaa Oomishinni waqtii gannaa %90 ol walitti qabamera- Ministeera Qonnaa Ayana Dheressa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Oomishinni waqtii gannaa bara 2013/14 %90 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Oomishinni lafa heektaara miiliyoona 12 fi kuma dhibba 9…