Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom 5G Wiixata ni eebbisiisa Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera. Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon… Ayana Dheressa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Manni Qopheessaa magaalichaa…
Fayyaa Godina Beenchii Shaakkootti tatamsa’inni dhibee Busaa sadarkaa yaaddeessarra ga’uu ibsame Sifen Megersa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Godina Beenchii Shaakkootti tatamsa’inni dhibee Busaa sadarkaa yaaddeessarra ga’uu Biiroon Fayyaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Baatii Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu… Ayana Dheressa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Baatii Caamsaa keessa Ityoophiyaa kutaalee garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu ta’uu Inistiitiyuutiin Raaga haala Qilleensaa…
Idil Addunyaa Somaaliyaan Waxabajjii 15 filannoo preezdaantummaa akka gaggeessitu beeksifte Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Somaaliyaan yeroo dheeraaf kan dheerate filannoo preezdaantummaa Waxabajjii 15 akka gaggeessitu beeksifteetti. Paarlaamaan Somaaliyaa guyyaa har’aa akka…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti waggoota arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kumni 11 ol eeyyama invastimantii… Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti waggoota arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kumni 11 ol eeyyama invastimantii fudhachuun gara hojiitti bobba’uu Biiroon Invastimantii…
Fayyaa Hospitaalichi guyyaa kaleessaa yaallamaa xumuraa gaggeessuun yeroo jalqabaaf yaallamtoota COVID-19… Ayana Dheressa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Hospitaalli Eekkaa Kotobeen guyyaa kaleessaa yaallamaa xumuraa gaggeessuun yeroo jalqabaaf yaallamtoota vaayrasii Koroonaa malee buluu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Qorannoo Dippiloomaasii Bishaaniirratti hojjechuun faayidaa Ityoophiyaa kabachiisuu qabu… Sifen Megersa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Qorannoo Dippiloomaasii Bishaaniirratti xiyyeeffannoon hojjechuun faayidaa Ityoophiyaa kabachiisuuf ga’ee isaanii ba’uu akka qaban…
Fayyaa Magaalichatti guyyaa har’arraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni laatama Obse Wakgari May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’arraa eegalee daa’imman waggaa 5 gadi ta’aaniif talaalliin Pooliyoo ni laatama jedhameera. Duulli talaallichaa Eebila…
Oduu biyya keessaa Godina Majaangitti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi 800 irratti… Ayana Dheressa May 6, 2022 0 Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa godina Majaang aanaa Darreetti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi dhibba 8 olirratti miidhaa qaqqabsiisuu…