Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach sosochii qulqullinaa magaalaa eegalchiisan Sifen Megersa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Abeebee sosochii qulqullinaa magaalaa kutaa magaalaa Qiirqoositti eegalchiisaniiru. Aadde Adaanachi, Yaa'ii…
Ispoortii Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan Sifen Megersa Jan 30, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har'a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa fi Biiroon Aadaa fi Turizimii Afaar hawwata tuurizimii waliin… Sifen Megersa Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) - Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa fi Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Naannoo Affaar hawwata tuurizimii naannolee lamaanii waliin misoomsuu fi beeksisuuf…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggantoota olaanoo Ityoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomaniitti argamu Eksipoo Dubaay 2020… Sifen Megersa Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) - Jilli hoggantoota olaanoo Ityoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomaniitti dawwaannaa hojii taasiisaa jiru 'Eksipoo' Dubaay 2020 daawwateera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Jilli Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu sadarkaa hojiin suphaa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar irra… Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu sadarkaa hojiin suphaa Masaraa Mootii Abbaa Jifaar irra jiru…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii baasii Birrii Miiliyoona 70 oliin ijaarrame… Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Hospitaalli Haadholii fi Daa’immanii Baatii baasii Birrii Miiliyoona 70 oliin Magaalaa Adaamaatti ijaarrame guyyaa har’aa eebbifameera. Sadarkaa itti…
Oduu biyya keessaa Faanaan bifa olaantumma biyyaa mirkaneessuun dhaloonni beekumsaan, artii fi namuusasaanii gabbisuuf… Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korpooreet bifa olaantumma biyyaa mirkaneessuun dhaloonni beekumsaan, artii fi namusasaa akka gabbisuuf gaheesaa bahaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Guyyaan boruu magaaloota Oromiyaa hunda keessaatti guyyaa duula qulqullinaa ta’ee oola jedhame Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Guyyaan Boruu magaaloota Oromiyaa hunda keessaatti guyyaa duula qulqullinaa ta’ee akka ooluu Hogganaan Biiroo Misoomaa Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa qaamolee deeggartootarra walitti kan qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 21 laate Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Ministeerri Fayyaa qaamolee deeggartootarra walitti kan qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 21 laateera. Ministeerichi naannolee Affaarii fi Amaaraatti…
Oduu biyya keessaa Miidhaa lammiilee fi qabeenyarra ga’ee dandamachiisuuf kan yeroo kamii caalaa hirmaannaan ni… Obse Wakgari Jan 29, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Miidhaa lammiilee fi qabeenyarra ga’ee dandamachiisuuf yeroo kamii caalaa hirmaannaan barbaachisaadhaa jechuun Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…