Lammiilee Dubaayii fi Ajmaanitti wal’aansarra turan gara biyyaa deebisuuf ni hojjetama- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Lammiilee Dubaayii fi Ajmaanitti yeroo dheeraaf wal’aansarra turan gara biyyaa deebisuuf kan hojjetamu ta’uu Ambaasaaddar Akiliiluu Kabbadaa ibsan.…