Namoonni dhuunfaan amantaa dawoo godhachuun badii raawwachuuf socho’aa turan 145…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Namoonni walitti bu'iinsa Goondaritti uumame bu'uura godhachuun badii raawwachuuf socho'aa turan 145 to'atamuu bulchiinsi magaalaa Adaamaa beeksiise.…