Oduu biyya keessaa Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffame Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera. Magaalichatti Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaa Afxiraa daandiirraa gaggeeffame Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera. Sagantaa kanarratti hawaasni musiliimaa hedduun…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Muway Kiibaakii Ityoophiyaaf michuu dhugaa turan-Preezdaant Saahilawarq Zawdee Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sagantaa gaggeessaa reeffa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamaniiru. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanolee Dirree Incinnii fi Dagam hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinnii fi Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagam hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Balallii marsaa sadiin Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota kanneen keessaa 12 daa’imman yoo…
Oduu biyya keessaa Yakka Yakka biroon sirreessuuf yaaluun al-seerummaadha- Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Yakka Yakka biroon sirreessuuf yaaluun al-seerummaa ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibseera. Yaa’ichi ibsa guyyaa har’aa laateen yakka…
Oduu biyya keessaa Amantaa daheeffachuun haleellaa finxaaleeyyiin raawwataniif obsa hin qabnu-Bulchiinsa Mootummaa… Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Amantaa daheeffachuun haleellaa finxaaleeyyiin raawwataniif obsa kan hin qabne ta’uu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Uummattoota Kibbaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa nagaan xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan nagaan xumuramuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Hojii fi Ogummaa naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 54tti tilmaamamu taasiise Sifen Megersa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa dhaabbilee Teeknikaa fi Ogummaa naannoo Afaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 54tti…