Garaagarummaan amantaa dallaa nutti ta’ee hin beeku! – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen sagantaan Afxiraa Daandirraa guddichi nagaan akka xumuramu qaamolee qooda olaanaa gumaachan…