Oduu biyya keessaa Guyyaan hojjettoota addunyaa qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 30, 2022 0 Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Guyyaan hojjettoota addunyaa 47ffaan Ityoophiyaatti qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira. Guyyaan hojjettoota addunyaa hojjettoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti waamamaa Daayrektara sagantaa Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 30, 2022 0 Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti waamamaa Daayrektara sagantaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumurame – Humna… Sifen Megersa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) –Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa beeksise. Sagantaan Afxiraa…
Ispoortii Jimmaa Abbaa Jifaar taphoota 7 booda gara injifannootti deebi’e Sifen Megersa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar taphoota 7 booda gara injifannootti deebi'eera. Taphoota…
Oduu biyya keessaa Badii badiin,gocha jibbisiisaa gochaa jibbisiisaan hin yaallu – Uztaaz Abbuubakar Ahimad Sifen Megersa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Qaama Sagantaa Iidaa hanga Iidaa kan ta'e Afxiraan daandirraa guddichi har'a magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Taateewwan tibbana iddoolee tokko…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffame Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera. Magaalichatti Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaa Afxiraa daandiirraa gaggeeffame Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera. Sagantaa kanarratti hawaasni musiliimaa hedduun…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sagantaa kanarratti lammiileen kumaatamatti lakkaa’aman hirmaataniiru.…
Oduu biyya keessaa Muway Kiibaakii Ityoophiyaaf michuu dhugaa turan-Preezdaant Saahilawarq Zawdee Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sagantaa gaggeessaa reeffa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamaniiru. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanolee Dirree Incinnii fi Dagam hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan Obse Wakgari Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinnii fi Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagam hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru.…