Lammiileen kumni 1 fi 254 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 254 har'a balallii sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota kanneen…