Oduu biyya keessaa Artiist Zannabuu Gassase boqatte Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Artiist Zannabuu Gassase addunyaa kanarraa du'aan boqatte. Artiist Zannabuun dhibee ishee muudateen yaallamaa turuun guyyaa har'aa addunyaa kanarraa…
Oduu biyya keessaa Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun haqummaan tajaajuu qabna – Aadde Adaanach… Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Gamtaan mana Amantaa Kiristiyaanaa ayyaana Hiikaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajaniiru. Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun…
Ispoortii Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa guyyaa har’aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa… Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa sadarkaa idil addunyaa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa milkaa'anirru. Fiigicha Maaraatoonnii…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifame Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne kuma 2 fi 900f deeggarsi taasifameera. Abbootii qabeenyaa magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka… Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Qulqulluu Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka qalleeyyii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bishooftuutti Ayyaana Hiiikaa sababeeffachuun humna addaa magaalaa Bishooftuu jiranii fi… Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Bulchiina magaalaa Bishooftuutti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun humna addaa magaalaa Bishooftuu jiranii fi harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifameera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen Daayreektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen Daayreektara Maaneejiingii IMF Kiristaaliinaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin kabajan Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin maaddii qooddachuun kabajaniiru. Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu hundeessaa fi gargaaraa dura taa’aa Faawundeeshinii Biili… Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hundeessaa fi gargaaraa dura taa'aa Faawundeeshinii Biili fi Meeliindaa Geetis waliin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 24, 2022 0 Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan haala hoo'aa ta'een kabajamaa jira. Ayyaanni Hiikaa Iyyasuus Kiristoos cubbuu dhala kan itti haqe,…