Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu Baalee Roobeetti daawwannaa hojii taasiisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu magaalaa Baalee Roobeetti daawwannaa hojii gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…