Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Daawwannaaf Jibuutii galan Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru. Dooktar Geediyoon wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Biiznasii Filmaatawwan dijitaalaa baankichaan Birriin tiriiliyoonni 1.36 daddabarfamuun ibsame Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Filmaatawwan dijitaalaa baankichaan Birrii tiriiliyoona 1.36 daddabarfamuu Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa beeksise. Baankichi Yaa’ii Waliigalaa 19ffaa…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuuf waliigalan Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuun ammayyeessuuf waliigalaniiru. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa fi…
Oduu biyya keessaa Iyyoobeel Tsaggaayee Dorgaa Dorgee Faanaa Lamroot injifate Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Dorgommiiwwan ajaa’ibsiisoon kan irratti mul’atee fi baatiiwwan sadan darbaniif gaggeeffamaa ture dorgaa dorgeen Faanaa Laamroot Boqonnaa 18ffaan har’a…
Idil Addunyaa Putiin Xiyyaara Azarbaajaan kufee caccabeef dhiifama gaafatan Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Pireezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Naannoo Qilleensa Raashiyaa keessatti xiyyaaraAzarbaajaan kufuun balaa suukanneessaa mudateef Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Gamoowwan balaawwan uumamaa haala dandamachuu danda’aniin akka ijaaraman xiyyeeffannaan hojjetamaa… Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Gamoowwan balaawwan uumamaa haala dandamachuu danda’anitti akka ijaaramaniif xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii…
Teeknooloojii Appilikeeshiniin Hubannoo Namtolcheen (AI) Odeeffannoo Pooliyoo kennuu ifoome Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Appilikeeshiniin Hubannoo Namtolchee (AI) fayyadamuun odeeffannoo Dhibee Pooliyoo kennu ifoomeera. Itiyoophiyaatti hanqina hordoffii Pooliyoo hambisuuf…
Ispoortii Dorgommii Kubbaa Saaphanaa Kilaastira Lixaa Kilabni Yuunivarsiitii Wallaggaan olaantummaan xumure Debela Tadesse Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Wal dorgommiin Kubbaa Saaphanaa Kilaastira Lixaa Magaalaa Naqamteetti geggeeffamaa ture olaantummaa Kilaba Yuunivarsiitii Wallaggaa goolabameera.…
Biiznasii Qabeenyi Waliigalaa Baankichaa Birrii Tiiriliyoona 1.9 qaqqabuun ibsame Tsehay Guluma Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii Tiiriliyoona1.9 qaqqabuu Pireezidaantiin Baankichaa Abbee Saanoon ibsan. Baankichi kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatti Qurxummiin bal’inaan oomishamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa fi Kutaalee biyyaattii garaagaraarratti Qurxummiin bal’inaan oomishamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa ibse. Mootummaan…