Haala balaa roobni Arfaasaa qaqqabsiisu dandamachuun danda’amurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti haala balaa roobni Arfaasaa qaqqabsiisu dandamachuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera.
Yaa’iin idilee koree olaanaa deebii…