Lammiilee haala rakkisaa keessatti argamaniin barnoota ga’uuf hirmaanaan qaamolee dhimmichi…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Lammiilee walitti bu’iinsa, balaawwan umamaa fi haala rakkisaa keessa jiran biraan barnoota dhaqqabsiisuuf hirmaannaan qaamolee dhimmichi ilaallatu…