Godina Booranaatti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti konkolaataa deddeebisa uummataarratti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan qaama ga’eera.…