Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni ijaarsarra jiran ariitiin akka xumuraman yaadachiise
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni buleeyyii fi haaraan ijaarsarra jiran barri baajataa 2014 osoo hin xumuramiin dura akka xumuraman…