Ispoortii Liivar Puul Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa miilaa Liivar Puul rukkuttaa adda bahiinsaan Cheelsii injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA ta'eera. Taphni idileen goolii malee qixaan…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 131 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuu fi alatti ba'uuf ture Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliiniin baga gammaddan… Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ijoollee dhugaa Afrikaa Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliinii Yuunvarsiitii Finfinneerraa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa fi Hojii gaggeessaa Dhaabbata… Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiinwuumii Adeesiinaa fi Hojii gaggeessaa Dhaabbata Ijaarsaa Xaaliyaanii Saaliinii Peetiroo…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Awwal Arbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii waliin mari’atan Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Affaar Obbo Awwal Arbaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Turkii Yaapiraak Alpaa waliin magaalaa Samaraatti mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Qonnaa gannaa bara oomisha 2014 fi 2015tiin lafa heektaara miiliyoona 4.5 kilaasteraan misoomsuuf… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Qonnaa gannaa bara oomisha 2014 fi 2015tiin lafa heektara miiliyoona 4.5 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jirachuu itti aanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen qaamolee nageenyaa waliin dhimmoota daldala kontiroobaandii ittisuun danda’amurratti… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota qaamolee nageenyaa Federaalaa fi naannichaa waliin dhimmoota meeshaalee daldala…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Sheek Mahaammad Biin Zaayid yeroon hoggansa isaanii bu’a qabeessa akka ta’u hawwan Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Sheek Mahaammad Biin Zaayid Preezdaantii Emmireetoota Araba Gamtoomanii ta’uun muudamuu isaaniitiin ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf hawaasni tumsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimsee… Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii magaalaa Finfinnee mirkaneessuuf hawaasni tumsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimsee itt fufuu akka qabu Komishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Lammiileen burjaajessitoota miidiyaa hawaasaarraa akka of eeggatan Humni Waloo akeekkachiise Obse Wakgari May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Lammiileen guyyaadha gara guyyaatti dabalaa kan dhufe burjaajessitoota miidiyaa hawaasaarraa of akka eeggatan Humni Waloo Tajaajila nageenya odeeffannoo…