Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa baajata Doolaara miiliyoona 1 ramaduun barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu har’a naannoo…