Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan 692 irratti tarkaanfiin seeraa fudhatamuu Waajjiri Daldalaa Godinichaa beeksise…