Oduu biyya keessaa Ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 32 to’annaa jala oolan Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 32 to’annaa jala oolaniiru. Hojii badii garichaa raawwachuuf gara naannoo Beenishaanguul Gumuuz seenuuf kan…
Oduu biyya keessaa Bittaan dijitaalaa Birrii biiliyoonni 300 ol raawwate Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013tti bittaan elektirooniksii Birrii biiliyoonni 300 ol raawwatamu ibsameera. Bara baajata 2014tti tajaajilli mootummaa gara…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti guyyaa tokkotti kenna tajaajila lammummaan manneen harka qalleeyyii kuma1 fi 50 ijaaruun… Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti hojii kenna Tajaajila Lammummaatiin Manneen Harka Qalleeyyii kuma 1 fi 50 ijaaruun eegalameera.…
Oduu biyya keessaa Barsiisonnii fi hojjettoonni Yuunvarsiitii Odaa Bultuma Birrii miiliyoona 7 Raayyaa Ittisaaf… Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Barsiisonnii fi hojjettoonni Yuunvarsiitii Odaa Bultuma mindaasaanirraa Birrii miiliyoona 7 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Teeknooloojii Qindoominni Teeleekoomi Idil Addunyaa bakka buutoota Ityoophiyaa waliin marii taasise Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Qindoominni Teeleekoomi Idil Addunyaa bakka buutoota Ityoophiyaa waliin marii taasiseera. Komishinarri Komishinii Misoomaa fi Pilaanii Dooktar Fitsuum…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti hojii tola oltummaa gannaatiin guyyaa tokkotti manni harka qalleeyyii 569 ijaarame Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti hojii tola oltummaa gannaatiin guyyaa tokkotti manni harka qalleeyyii 569 ijaarameera. Hogganaan Komishinii Karoora Misooma fi…
Oduu biyya keessaa Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an garee ABUT harkaa baafaman jedhame Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an gareen ABUT qocholaa raawwachuuf qabatee ture Poolisiin Federaalaa fi qaamleen nageenya biroo…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojistikii Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa… Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fiTajaajila Loojistikii Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 55 ol taasiseera.…
Oduu biyya keessaa USAID lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma 136 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu… Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuam 36 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu…
Oduu biyya keessaa Hawaasoonni kutaa garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’atan Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hawaasoonni kutaa biyyatti garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’achuu ibsameera. Marichiirratti haawasoonni kutaa…