Akka biyyaatti qabiinsa bishaanii fi biyyoorratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha-MM Abiy…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad bishaannii fi biyyoon qonnaa fi oomishtummaaf murteessaadha jedhaniiru.
MM Abiy Ahimad fuula miidiya hawaasa isaaniin…