Lammiilee hongee fi walitti bu’iinsaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsi taasifamaa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa kuta biyyatti adda addaatti lammiilee hongee fi waraanaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsa taasisaa…