Oduu biyya keessaa Magaalaan Laallibalaa harka diinaa jalaa bilisoomte Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Magaalaan Laallibalaa wareegama Raayyaan Ittisaa fi Qaamoleen nageenyaa biroo kaffalaniin harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilii Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneessedha… Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Daawwannaan Ministira Alaa Chaayinaa tumsaa fi michummaa cimaa Beejingi Ityophiyaaf qabdu gochaan kan mirkaneesse ta’uu Hayyoonni ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaattidaayreektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin tyoophiyaa, Eertiraa,Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti…
Biiznasii Qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf Qamadiin kuntaallii miiliyoonni 4 gara biyya keessaa galuu ibsame Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf Qamadii kuntaala miiliyoona 8 alaa galchuuf karoorfame keessaa kuntaalli miiliyoonni 4 gara biyya keessaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 16ffaa kabajamuuf qophiin xumurame Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 16ffaa kabajamuuf qophii xumuruu beeksiise. Guyyaan sabaaf sablammootaa 16ffaan bara…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraaf haala yeroo… Ayana Dheressa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraaf haala yeroo…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Kuweetitti daawwannaa hojii taasisaa jiru Ayana Dheressa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Kuweetitti taasisaa jiraachuu ibsameera. Muummeen Ministiraa Kuweet Sheeki Saabaahi…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa Lammiilee naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasiise Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Sidaamaa lammiilee naannoo Afaaritti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40…
Oduu biyya keessaa Qeerroo fi Qarreen aanaa Maannaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66… Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qeerroo fi Qarreen Godina Jimmaa aanaa Maannaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66 taasiisaniiru. Qeerroowwan…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa biyyoota alaa Jalaa bahuuf qabeenya qabnutti seeraan fayyadamuu qabna- Obbo Umar Huseen Ayana Dheressa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Dhiibbaa biyyoota alaa jalaa ba’uuf qabeenya lafaa, bishaanii fi humna namaa qabnutti seeraan fayyadamuun qamadii jallisii boneen misoomsuurratti hojii…