Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa fudhachuun harka laatan
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa dhaga’uun karaa nagaan harka laataniiru.…