Birshalaqootti sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Manni Barnootaa loltummaa bu’uraa fi leenjii Birshalaqoo sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeseera.
Sirna eebbichaarratti haasa…