Oduu biyya keessaa Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Warshaa Daabboo fi Daakuu ijaarsiisan…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisii fi obbo Dammaqaan durfamu Adaa’aatti xaafii kilaasteraan misoome… Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Jilli Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa obbo Dammaqaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa yeroo jalqabaaf Gambaaleetti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Ayyaanni Irreechaa Magaalaa Gaambeellaatti yeroo jalqabaaf kabajameera. Sirni Irreechaa Hora Baarootti Horichi Asxaa Abbaa Gadaan dabaallamuun…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq guyyaa dubartoota baadiyyaa addunyaa sababeeffachuun yaa’ii gamtaa… Sifen Megersa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014(FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guyyaa dubartoota baadiyyaa addunyaa sababeeffachuun yaa'ii gamtaa Afrikaatti qophaa'e bananiiru.…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Afrikaa waggaa waggaan bittaa midhaan nyaataaf Doolaara biiliyoona 45 baasu jedhame Sifen Megersa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014(FBC) - Biyyoonni Afrikaa waggaa waggaan oomisha midhaan nyaataa alaa bittaan galchuuf Doolaara biiliyoona 45 kan baasan ta'uu Gamtaan Afrikaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa kan ishee barbaachisu hoggansa rakkoolee umamaniif osoo hin mo’amiin abdii ishee boruu … Obse Wakgari Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa kan ishee barbaachisu hoggansa rakkoolee umamaniif osoo hin mo’amiin abdii ishee boruu dhugoomsuudha jechuun Muummeen Ministira Abiy…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota kuma 1 fi 113 guyyaa boruu ni ebbisiisa Obse Wakgari Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa kuma 1 fi 113 guyyaa boruu ni ebbisiisa jedhameera. Eebbiifamtoota kanneen…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa rakkoolee lafaa fi lafaan wal qabatan irratti jijjiirama bu’uuraa fiduuf… Obse Wakgari Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaala Finfinnee waggaa tokkoo as weerara lafaa seeraan halaa dabalatee rakkoolee lafaa fi lafaan wal qabatan irratti jijjiirama bu’uuraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan lammiileeshee balaaf saaxilamaan %70 dandeetti isheen deeggaraa jirti-Komishinar… Obse Wakgari Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan lammiileeshee balaa uumamaa fi nam-tolcheetif saaxilamaan keessaa %70 ta’aan dandeetti isheetiin deeggaraa jiraachuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Ardichatti adeemsi proojektiiwwan biyyoota garaagaraa haala gaariin kan ilaalamu ta’uu ibsame Obse Wakgari Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)-Afrikaatti adeemsi proojektiiwwan biyyoota ardichaa haala gaariin kan ilaalamu ta’uu Gamtaa Afrikaatti komishiniin dhimmoota namoomaa fi misooma…