Waqtii Ramadaanaan lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuun barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasni musiliimaa waqtii sooma Ramadaanaa kanatti lammiilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman akka yaadatu…