Oduu biyya keessaa Injifannoon wareegama malee hin argamu – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Injifannoon wareegama malee hin argamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy duula olaantummaa seeraa kabachiisuu…
Oduu biyya keessaa Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadaman Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa Humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadamaniiru. Preezdaantiin naannoo Amaaree obbo Aganyahu Tashaagar…
Oduu biyya keessaa Rasaasni seeraan alaa kumni 9 ol to’atame Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Qaama Konkolaataa keessatti dhokfamee gara Finfinnee galuuf kan ture rasaasni kumni 9’ol to’annoo jala ooluu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf boru hiriira ni gaggeessu jedhame Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee garee Juuntaa mormuuf boru hiriira kan gaggeessan ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise. Hiriirichi…
Oduu biyya keessaa Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinneetti ni gaggeeffama Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan biyya harka qaleeyyii hin dhiibne uumuuf hojjechaa jira – Aadde Caaltuu Saanii Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Mootummaan biyya harka qaleeyyii hin dhiibne uumuuf hojjechaa jiraachuu itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Kilaasteera misooma…
Ispoortii Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte.…
Idil Addunyaa Chaayinaatti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 25 darbe Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Balaa lolaa giddugala Chaayinaa bulchiinsa Heenanitti muudateen lubbuun namoota 25 darbuu ibsameera. Balaa lolaa buchiinsa Heenaanitti…
Oduu biyya keessaa Humnoonni addaa naannolee garaagaraa nageenya naannoo Hidha Haaromsaa eeguuf qophii ta’uu ibsan Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Humnoonni addaa naannoo Sidaamaa, Kibbaa fi Gaambeellaa nageenya naannoo Hidha Haaromsaa eeguuf qophii ta’uu ibsaniiru. Humnoota addaa…
Idil Addunyaa Hokkora Afrikaa Kibbaa bulchiinsa Kuwaazuuluu Naataal keessatti muudateen qofa qabeenyi Doolaara… Sifen Megersa Jul 21, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Hokkora tibbana Afrikaa Kibbaa bulchiinsa Kuwaazuuluu Naataal keessatti muudateen qofa qabeenyi Doolaara biiliyoona 1 ta'u barbadaa'uu ibsameera.…