Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni yakkoota garaagaraan shakkamnan 18 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni 18 meeshaalee garaagaraa manneen daldalaa fi manneen jireenyaa keessa dhoksan to’atamuu…