Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Samaraa galan Sifen Megersa Nov 14, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee lammiilee buqqa'an deeggaruuf magaalaa Samaraa galaniiru. Aadde Adaanach wayita buufata xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hoosaa’iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame Sifen Megersa Nov 14, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Hoosaa'iinaatti duultoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan kabajaa taasiifameera. Shira garee shororkeessaa ABUT fi giddugaltummaa alaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa… Sifen Megersa Nov 14, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Ummannii fi mootummaan Naannoo Uummattoota Kibbaa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 80 akaakuu fi maallaaqaan deeggarsa taasiisaniiru. Sangantaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti namoonni garee shororkeessitootaa waliin hidha qabaachuun shakkamman… Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti namoonni garee shororkeessitootaa waliin hidhan qabanii fi deeggarsa taasiisuun shakkaman to'atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti dargaggoonni kumni 27 ol qaamolee nageenyaa waliin qindaa’uun nageenya magaalichaa… Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni tola ooltonni kumni 27 ol qaamolee nageenyaa waliin qindaa’uun nageenya magaalichaa eegsisuuf hojjechaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasise Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo uummattoota Kibbaatti Godiinni Geede’oo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 14 ol taasisuu ibsameera. Godinichi sangoota 174 fi…
Oduu biyya keessaa Godinichi yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasise Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaatti Godinni Walaayittaa yeroo 5ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa Birrii miiliyoona 14 taasiise. Deeggarsi maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Haala Yeroo Ityoophiyaa fi dhiibbaa biyyoonni Lixaa taasisaa jiran ilaalchisee ibsi kenname Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Haala Yeroo Ityoophiyaa fi dhiibbaa biyyoonni Lixaa taasisaa jiran ilaalchisee ibsi laatameera. Itti aanaan Daayreektara Ejensii Diyaaspooraa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Magaalichaa sakattoo tasaa taasiseen meeshaaleen gocha shororkeessummaaf ooluuf turan… Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Poolisiin Magaalaa Asoosaa sakattoo tasaa mana jireenyaa nama dhuunfaarratti gaggeesseen meeshaalee garaagaraa gocha…
Oduu biyya keessaa Hojiin Qonnaan bultoonni oomisha isaanii kallattiin fayyadamtootaaf dhiyeessuu itti fufe Ayana Dheressa Nov 13, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Yuuniyeenoonnii fi waldaaleen hojii gamtaa qonnaan bultootaa Oromiyaa Oomisha isaanii kallattiin gabaa Finfinneettiif dhiheessuusaanitiin fayyadamoo ta'aa…