Oduu biyya keessaa Caffeen yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumurame Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessaa ture xumureera. Caffichi yaa’ii guyyoota lamaaf magaalaa Adaamaa…
Oduu biyya keessaa Caffeen Yaa’ii idilee 2ffaasaan Muudama garaagaraa Raggaasise Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa muudama garaagaraa raggaasiseera. Haaluma kanaan:- Muudama miseensa Gumii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu dandeessisuurratti mari’ate Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Hojii mootummaa daayreektara hojii raawwachiisaa boordii baankii addunyaa waliin baankichi haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu…
Oduu biyya keessaa Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa… Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa hojii eegalchiiseera. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu daawwatan Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensi koree hoji raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa obbo Tasfaayee Baljigee fi hoggantoonni biroon proojektii misooma qarqara laga Aweetuu…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo boqotan Obse Wakgari Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo umrii waggaa 58’n addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru. Obbo Okeeloo Nyigeeloon bara…
Oduu biyya keessaa Dhimma waloorratti wal birra dhaabbachuu fi Ijaarama siyaasaa cimaa qabaachuu qabna-Obbo Shimallis… Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Dhimma waloorratti wal birra dhaabbachuu fi Ijaarama siyaasaa cimaa qabaachuu qabna jedhan Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Caffeen Wixinee Labsii Gaachana Sirnaa Naannoo Oromiyaa irratti mari’achaa jira Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Gaachana Sirnaa Naannoo Oromiyaa irratti mari'achaa jira. Ittaanaan waajjira preezdaantii naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenyaarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu… Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenyaarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu gaafachuu ibsame. miseensonni Mana Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Mariin rakkoolee fi furmaatawwan oomishtoota zayitaa biyya keessaarratti xiyyeeffate gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 22, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC) – Mariin rakkoolee fi furmaatawwan oomishtoota zayitaa biyya keessaarratti xiyyeeffate gaggeeffame. Maricha kan qopheessee Faanaa Broodkaastiing…