MM Abiy Ahimad Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa Yuuttaa Arpiilaaynaa waliin mari’ataniiru.…