Naannoo Amaaraatti namoonni miiliyoonni 11.6 deeggarsa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti sababa walitti bu’iinsaan namoonni miiliyoonni 11.6 deeggarsa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu Komishiniin Hoggansa Ittisa…