Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin Tiraampi waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Pireezidaantii Ameerikaa haaraa filaman Doonaaldi Tiraampi waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Marichi biyya bu’ura cimaa ijaaruu fi nageenya waareessuuf abdii ta’uun ibsame Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Adeemsa Marii ajandaa adda baasuu Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru biyya bu'ura cimaa ijaaruu fi nageenya waaressuuf abdii ta'uu Komishiniin Marii…
Oduu biyya keessaa Nageenya Tajaajila Geejjiba Baaburaa eegsisuuf waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Waldaan Aksiyoonaa Geejjibaa Baaburaa Itiyoo-Jibuutiin Poolisii Kederaalaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse. Waliigaltichis Nageenya geejjiba…
Oduu biyya keessaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Pireezidaantii Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Eeshiyaa – Afrikaa… Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Pireezidaantii Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Afrikaa –…
Oduu biyya keessaa Hanqina qulqullina barnootaaf gahee olaanaa taphataa kan ture gabaasa sobaati – Dooktar Tolaa… Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Koonfiraansiin Barnootaa gaggeeffameera. Godina Jimmaatti bara barnootaa sadan darban keessa manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa 46…
Teeknooloojii Atileetota miidhaa miidiyaa hawaasaaf saaxilaman 25’f deeggarsi AI taasifame Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Atileetiksii Addunyaa Atileetota biyyoota garaagaraa 25’f miidhaa miidiyaa hawaasaa akka ittisaniif deeggarsa teeknooloojii Hubannoo Namtolchee (AI)…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaa dhabamsiisuuf dhaloota safuu fi naamusa qabu horachuu barbaachisaa-Aadde Sa’aadaa… Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Malaammaltummaa hundeerraa gogsuuf qabsoo hawaasa fi dhaloota safuufi naamusa qabu horachuun barbaachisaa ta’uu Afyaa’iin caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti hidhattoonni duraanii kumni 5 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makamuu ibsame Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii kumni 5 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitt hojiilee… Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) – Jilli Kaantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitt hojiilee misoomaa daawwateera.…
Biiznasii Gareen ‘AE-Trade’ Finfinneetti biiroo banuufi Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Gareen Daldala Elektirooniksii Afrikaa (AE-Trade) Biiroo Afrikaa Bahaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin waliigaltee mallatteesse.…