Ispoortii Xaaliyaaniin Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taate Sifen Megersa Jul 12, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Xaaliyaaniin Ingiliiz injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taateerti. Tapha xumuraa Istaadiyeemii Weembileeyitti halkan edaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti proojektoonni misoomaa garaagaraa 20 eebbifaman Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Manni barusmsaa Ifa Boruu Diimaa sabbataa dabalatee proojektoonni misoomaa 20 ta'an bakka preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoonni 1.5 dhaabbate Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Ashaaraa Magariisaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoonni 1.5 ol dhaabbachuu ibsameera. Sagantaa kun mata duree…
Oduu biyya keessaa Namoonni faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba’uuf turan 51 to’ataman Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba'uuf turan 51 naannoo Amaaraa godina Lixa Goondar magaalaa Gandaawuhaatti…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa bu’aa filannoo sadarkaa duraa ilaalchisee ergaa baga gammaddanii… Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa bu'aa filannoo sadarkaa duraa guyyaa kaleessaa ifoome ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarseera. Filannoon Marsaa 6ffaa…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi sagantaa nyaataa mannee barnootaaf taasiifamu itti fufa – Sagantaa Nyaataa Addunyaa Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Sagaantaa nyaataa manneen barnootaa mootummaan Ityoophiyaa eegaleef deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta'uu dhaabbanni Sagantaan Nyaataa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Diimaa Sabbataa fi Nageellee Arsii eebbifame Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti Manni barumsaa Ifaa Boruu Diimaa Sadarkaa 2ffaan bakka preezdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii eebbifame Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii baasii Birri Miliyoona 34.4n ijaarrame ebbifame. Manni…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Duukamitti proojektoonni misoomaa 48 eebbifaman Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamitti proojektoonni misooma Birrii biiliyoonni 1.2 baasii itti ta'e bakka Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Ispoortii Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan Sifen Megersa Jul 11, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii…