Godina Wallagga Lixaatti Sassaabbiin Oomisha qamadii jallisii marsaa 1ffaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti Inisheetiivii Qamadii jallisii marsaa 1ffaan lafa hektaara kuma 3 ol irratti misoome sassaabuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa…