Darbii 53 kan qabatee gamoon Baankii Daldalaa Ityoophiyaa haaraan Dilbataa dhufuu ni eebbifama
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa ayyaana hundeeffamaa waggaa 80ffaa fi eebba gamoo haara olaanaa waajjiricha ilaalchisee ibsa laateera.
Preezdaantiin…