Mootummaan naannoo Oromiyaa tajaajila ummataa fooyyessuuf hojiilee bal’aa hojjetaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Itti quufiinsa ummataa guddisuuf hanqina kenniinsa tajaajilaa furuuf tajaajiloota faca'anii turan hedduu bakka tokkotti fiduun danda'ameera jedhan…