Oduu biyya keessaa Fakkeenya Cichoominaa: Itiyoophiyaa Ayana Dheressa Oct 5, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan qormaata diinota keessaa fi alaa irraa ishee mudatan gootummaan qolachuun imala misoomaa fi nageenyaa ishee cichoominaan itti fufsiisaa…
Oduu biyya keessaa Diinagdee akka humna biyyaalessaatti: Imala Olka’iinsa hundagaleessa Itiyoophiyaa Sifen Megersa Oct 5, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC) – Addunyaa ammayyaa keessatti dorgommiin dinagdee fi qubsamni siyaasaa jabina biyyootaa fi dhiibbaa naannawaa irratti qaban humna waraanaa qofaan kan…
Oduu biyya keessaa Hundeeffama Mootummaa Haaraa; Boqonnaa Haaraa Imala Misoomaa Ceesisu Yonatan Birhanu Oct 5, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2019(FMC) - Har'a mootummaa waggoota shanan itti aananiif biyya bulchutu ijaarama. Mootummaa boqonnaa haaraa ijaarsa biyyaa oogganu. Boqonnaa biyya ijaaruu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 701 gara biyyaa… Ayana Dheressa Oct 5, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2019 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 701 gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiilee balallii marsaa 9…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa: Daandii Waloo, Kennaa Dhaloota Dhufuu… Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Biyyi sarara daangaa qofaan kan marfamtu, bal’ina lafaa yookaan mallattoo kaartaa irratti kaa’amtu qofa miti. Biyyi qaama jiraataa jireenya waloo ,…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan keenya Utubaa Amansiisaa Itoophiyaa Ceesisu Ta’uu Agarsiifneerra – Pirezidaant… Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019(FMC) - Tokkummaan keenya Utubaa Amansiisaa Itoophiyaa Ceesisu Ta’uu Agarsiifneerra jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Buqqaatonni dhiyeenyatti gara qe’ee isaaniitti ni deebifamu- Dooktar Abrahaam Baalaay Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019(FMC) - Lammiileen sababa waraana kaabaan buqqa'anii turan dhiyeenyatti gara qe’ee isaaniitti akka deebi'aniif hojjetamaa jira jedhan Dooktar Abirahaam Balaay.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Nageenyaa Piriitooriyaa bu’aa fedhii cimaa mootummaan Itiyoophiyaa nagaaf qabuu ti –… Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Waliigalteen Nageenyaa Piriitooriyaa bu’aa fedhii cimaa mootummaa Itiyoophiyaa nagaaf qabuu ti jedhan Dooktar Abrahaam Baalay. Dooktar Abrahaam…
Oduu biyya keessaa Dandeettiidhaan malee kootaadhaan miti: Waamicha mootummaa haaraa hundeessuuf dhiyaate Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Mootummaan Wiixata dhufu hundeeffamu seenaa Itiyoophiyaa keessatti baay’ee murteessaa dha. Mootummaan haaraan hundeeffamu kun biyya ceesisuu,…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee Bishooftuutti haala ho’aan kabajamaa jira Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, magaalaa Bishooftuu, Malkaa Harsadeetti, eebba Abbootii Gadaa fi Haadha Siinqeetiin eegalchiifameera. Ayyaanichi…