Imbaasiwwan biyyoota garaa garaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC)- Imbaasiwwan biyyoota adda addaa ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiniin gahee dabarsaniiru.
Itoophiyaatti Imbaasiin Yunaayitid Kingidam…