Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachisaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Nov 3, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachisaa 1ffaa marsaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan wixinee qaboo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf qaamni hundi qooda isaa ba’uu qaba – MM Abiy… Sifen Megersa Nov 3, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf tokkoon tokkoo lammiilee Ityoophiyaa anis raayyaa Ittisaati jechuun qooda isaa ba’uu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Kabajni gootoota Ityoophiyaaf jecha wareegamaniif yaa ta’u – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 3, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Onkololeessa 24, guyyaa gootoonni Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaa itti wareegaman sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labse Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labseera. Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa kamiyyuu meeshaa waraana harkasaarratti argamu kamiyyuu buufatale poolisii kutaa… Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Namni dhuunfaa kamiyyuu meeshaa waraana harkasaarratti argamu kamiyyuu buufata poolisii kutaa magaaloota 11 keessatti galmeessu akka qabu Poolisii…
Oduu biyya keessaa ‘Lammii’ koo jedhee osoo tajaajiluu gara jabeeyyotaan akka hoolatti kan qalame Gooticha… Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- 'Lammii' koo jedhee osoo tajaajiluu gara jabeeyyotaan akka hoolatti kan qalame, Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajajaa Kaabaa yoomiyyuu hin irraanfannu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labse Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labseera. Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saanii Ityoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa, Eertiraa, Sudaanii fi Sudaan…
Oduu biyya keessaa Poolisiin naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa baraaruuf mootummaan naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture guyyaa har’a eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti itti…
Oduu biyya keessaa Ummanni Affaar garee ABUT biyya diiguuf wiixxirfataa jiru awwaaluuf ashaaraa isaa akka kaa’uu… Obse Wakgari Nov 2, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ummanni Affaar garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf wiixxirfataa jiru awwaaluuf injifanno galmaa’aa jiruurratti ashaaraa isaa akka kaa’uu waamichi…