Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa Raashiyaa beeksiise.…