Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 5.5 ol qophaa’aa jiru- BQO
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara 2017’f biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 5 fi miiliyoona 500 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu…