Kantibaa Adaanech Abeebeen sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuu 5ffaa eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuu 5ffaa eegalchiisaniiru.
Har'a magaalaa keenyatti yeroo 5ffaaf…