Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa boru irraa eegalee yaa’ii idileesaa kan gaggeessu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa guyyaa boruu irraa eegalee yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa kan gaggeessu ta’uu ibsame.…